Psalms 141:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dansaani dandae d'aane jaalalaani na gorsa, ammo Waaqi harka ch'ubbicha na muudu d'owina; wonti akanatiifi anini hojja ch'ufa aka hujiini worraa hamaattu Waaqa kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni balchaan ayyaanaan na teedeffachu'uu fi na adabuu hin danda'a; namoota hammeeyyii irraa kabajjaa hin fudhu; hennaa maraa hujii isaanii ka hammeennaa morma'aa si kadhadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami balchaan na dhaaniis naaf dansa'a; na xixiis isaalle akka dhadhaa mata'aa ti; mataan kiyya dhadhaa hin jibbu. Hujii worra hama'aa didiisaaf ammoo, ani yennaa mara daadimadha.