Psalms 141:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
T'urura worri naa kaye keesa seenu na d'owi t'urura worra ch'ubbu suni duraa na baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Siiboo isaan na afoo diriirsanii fi gufuu worra waan hamaa hujjatuu jalaa na oolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fonxoroo isaan naaf afane irraa, tiyyoo worra hantuu hujuu irraa na eegi.