Psalms 142:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqati bohe Na nahi jed'aani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa kiyya ol qabadhee Rabbitti iyyadha; akka naa araaramu isa kadhadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani qoonqoo ol qabadhee, gara Mootii Waan Maraa iyya; marartii dhaggatiisaaf Mootii Waan Maraa gaafadha.