Psalms 142:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini ufi jibbaad'u, isumati waan anini tahu male beekha. Nyaapi kiyya yayu kara anini gula deemu keesati t'urura naa kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo abdii kutachu'uuf hennaan diqqoon na hafu; maal godhuu akka na barbaachisu inni hin beeka; diintonni tiyya karaa ani deemu irratti siiboo kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani addii kutatiisa geyeeru, gara ani ideemaaru ati hin beetta. Daandii ani irra ideemu keessa, isaan fonxoroo naaf dhossaneeran.