Psalms 142:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini ufi bira millad'u, nama na qarqaare na qorqoratu inargu. Nami tokoleeni waan kiyya iyyaalu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara mirgaa laalee ka na beeku dhabe; hulee itti dhokadhu hin qabu; ka waan lubbuu tiyyaa yaadu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adaala kiyya ilaalii dhaggi; nami naaf yaadatu hin jiru; addeen ani itti baqadhu hin jirtu; nami tokkolle haajaa kiyya hin qabu.