Psalms 142:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, anini siti boha, atini fulla anini iti baqad'u; wonti anini lafa tana irati fed'uleeni siuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! akka na gargaartuuf gara kee iyya'aara; Yaa Rabbi eeddoon kiyya si'i; biyya jiraattotaa keessatti hireen kiyya si'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani gara keeti iyya; ani, «Ati ka ani itti baqadhu; lafa worra jiraata'aa tana keessatti ati qooda kiyya» jedha.