Psalms 142:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya ufi jibbaad'e aka anini qarqaarsa siti bohu d'agayi, nyaapi kiyya guddo jaba, dabsachu indandau, duraa na baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani guddisee nama abdii kutate waan ta'eef; akka na gargaartuuf hennaa sitti iyyadhu naa dhagayi; guddisanii waan natti hammaataniiraniif diintota tiyya irraa na hambisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan qarqaarsa hin qanneef, iyya tiyya naaf caqasi; worri na miidhu guddoo waan natti jabaataneef, ati isaan jalaa na baasi.