Psalms 142:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ipu tiyya keesa na baasi; duuba maro dansuma atini na garsiifteefi anini gumi tante durati si faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka si galatoonfadhu hidha'aa na baasi; hujii araaraa ka ati naa goote hennaa argan balchoonni kee naannaya kiyyatti wol gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaa keeti akka leellifadhu, hidhaa keessaa na baasi. Ati waan dansaa waan naa gooteef, worri balchaan na hin marsan.