Psalms 143:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, kad'acha tiyya naa d'agayi! D'uga tanteetiini na jalaa owaad'i qajeeluma tante gula na ch'aqasi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! kadhaa kiyya naa dhagayi; dhuga'aan kadhaa kiyya naa dhagayi; akka amanamumma'aa fi balchummaa keetiititti naa deebisi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, daadimata kiyya dhage'i; gurri keeti iyya tiyya caqasuu ti; addatamumma'aa fi balchummaa teetiin deebii naaf kenni.