Psalms 143:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini Waaqa kiyya, fed'i tante na barsiisi. Dansuma tanteetiini kara qajeela naa akheekhi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati Waaqa kiyya waan taateef, akka fedha kee raawwadhu na barsiisi; Hafuurri Woyyuun kee karaa qajeelaa na haa masakku.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati Waaqa kiyya waan teeteef, fedhii teeti akka muummessu na barsiisi. Ayyaanni keeti dansaan daandii qajeelaa irra na sooressuu ti.