Psalms 143:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi kiyya na reebe, aka male na dabsate, mana dukana keesati na hid'e, worra duri dueni wolti na galche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diinni kiyya hordofa'aa na ari'a; dukkana keessatti hidhee na rakkise; akka namoota woggaa dheera'aan dura du'anii ta'eera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinni kiyya na ari'iisatti jira; lafatti na butuchee, akka worra bara dheera'aan dura du'ee, dukkana keessa akka tee'u na godhe.