Psalms 143:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni tiyya aka lafa gogodde sii d'eeboti, tanaafi harka si dura qabad'e si kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka kiyya gara kee hiixadhee kadhadha; akka lafti gogaan bisaan barbaadutti akkasuma lubbuun tiyya si dheebotte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani harka kiyya gara keeti badhisa; akka lafa goddee, lubbuun tiyya si dheebotti.