Psalms 143:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, anini ya ufi jibbaad'e hurrisi na ch'aqasi. Na duraa ind'okhatiini, nama due boola ekherati deemu tahu na d'owi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ani waan dadhabee uf ijibbaadhee hafuurri adda na citeef; daddafii deebii naa kenni! fuula kee na jalaa hin dhoffatin; yookaan akka gara boolla ibidda asaabaa bu'anii ta'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani addii kutatiisa geyeera; ariifadhuu deebii naa kenni; yookiin ani akka worra gara boollaa gad bu'uu hin te'a; fuula keeti na duraa hin dhoffatin.