Psalms 143:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diirama ch'ufa jaalala tante ta ind'umanne na qaabsisi wonti akanatiifi abdiini tiyya siuma. Anini si kad'ad'a kara anini deemu na garsiisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka ani hedadhu waan si ta'eef jaalala kee ka bara baraa akka beeku na gargaari; waan lubbuu tiyya yaboo sitti kennadheef karaa deemu natti mudhisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan si addadhuuf, ganama ganama bari'iin jaalala keeti ka bara baraa natti lallabi. Lubbuun tiyya gara keeti waan yaadduuf, karaa ani irra deemu'uu male na barsiisi.