Psalms 144:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, siida anini iti d'eed'u, ha faarsani! Inni waan woraana na barsiise had'iisa na kurfeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii irkoo kiyya galanni haa gawu! duulaaf na leenjisa; lolaaf na qopheessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rassaan kiyya, ka harka kiyya lolaaf, quba kiyya woraanaaf leenjisu, Mootiin Waan Maraa leellifamuu ti.