Psalms 144:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani teenna ta d'iira ha kaimoma ufi keesa mukha bahe jabaatu taatu. Ilmaani teenna ta dubraleeni ha utuba mana hayyu jala d'ad'aabani taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ijoolleen isaanii ka'imumma'atti akka biqiltuu haarawaa ka guddatanii jabaatan haa ta'an; ijoolleen teenna ta intalaa akka muka qasatoo mana mootumma'aatiif utubaa bareechisanii bocanii haa ta'anii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan teenna dargaggummaa ifiitiin akka biqiltuu guddinna toltee, ijoolleen durraa teenna akka utubaa mana mootumma'aa seesiisaaf bocamee te'anuu ti.