Psalms 144:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kod'ooni teenna ha mid'aani gosa ch'ufatini guutamtu. Hooliyeeni teennaleeni ha horte lafa ira dabartu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gootaraan keenna midhaan bifa bifaatiin haa guuttaman; hoolonni teenna ta raasa'atti bobbayan ilmoolee kumaatamatti laakkayaman dhala'aa haa baay'atan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gootaraan keenna midhaan adda addaatiin guutamuu ti; hooloti teenna kumootaan, kumoota kudhaniin diida keenna keessatti hortuu ti.