Psalms 144:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Looni keennaleeni ka insaleesine yokhaani ka keesaa indoone ha horani lafa ira dabrani. Gaargala bohaa ha kara dira keenna keesa d'abaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loowwan keenna haa qanani'anii uduu gara'aa hin ganne haa horanii; karaa keenna irratti iyyansi gaddaa sirimaa hin dhagayamin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Horiin keenna dodorrobuu ti; gadha'aa gatiisi, sadheessiisi hin jiraatin. Booji'amiis hin jiraatin; karaa keenna irratti iyyi gaddaa hin jiraatin.