Psalms 144:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, nami maani, ka atini waan isaa yaaltu? Inni maani keesa jira, ka atini waan isaa hereddu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! wonti hagana mara nama kunuunsituuf maali'i? ka hagana mara isaa yaaddu namni maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, akka ati isa kunuunsituuf, nami maan inni? Yookiin akka ati isaaf yaadattuuf, ilmi namaa maan inni?