Psalms 144:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni akuma qileesa jira, guyyaani isaleeni akuma gaandidu dabra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni akka qilleensa bubbisuuti; barri isaa akka gaaddisa lufuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami akka baafata hafuuraa tokkochaa ti; barri jiruu isaaniille akka gaaddisa dabaruu ti.