Psalms 144:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, gubba gargari tarsaasi, gadi bui; gaareeni tuqi, aara keesaa yaasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! samii baqassii gad bu'i; gaarran qaqqabi; isaan haa aaranii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ol-gubbaa dayyaasii gad bu'i; akka aarri keessaa bayu, gaarota tuqi.