Psalms 144:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harka kanke gubba ga d'eerefad'i, bisaani qile keesaa na hirkisi, na baasi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka kee gubba'aa gad hiixadhuu qilee bisaanii keessaa na baasii na hambisi; hunna nyaaphaa jalaa na baasi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gubbaa irraa harka keeti gad diriirsi; bisaan guddaa keessaa, harka ormaatii na baasiitii na hamburi.