Psalms 144:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa anini sirba haareesa sii sirbe kiraari d'ae si faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! faaruu haarawa sii faarfadha; meeshaa laagaa kennu ka miseensa kudhanii qabu darabeessee si faarfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, ani faaruu haareya si'iif hin faarsa; kiraara guddicha ribuu kudhan qabu dhowataa si faarfadha.