Psalms 145:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, hayyu kiyya, anini guddinna kanke faarse haga jiru jireenna galata si deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Waaqa! mootii kiyya! si galatoonfadha; maqaa kee baraa haga bara baraa galatoonfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa mootii kiyya, ani si hin saadadha; bara baraa haga bara baraa maqaa keeti hin leellifadha.