Psalms 145:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama gaargala keesa jiru qarqaare, nama jigele kaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra daddaaqan hin irkisa; worra kufanillee hin kaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra jigaaru mara hin utuba; worra jigelle ol kaasa.