Psalms 145:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama d'ugaafi garaa tokooni isa yaamatuti d'iaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra isa waamatu worra dhuga'aan isa waamatu maraafuu dhiyoo jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra isa waammatu maraaf, worra dhuga'aan isa waammatu maraaf dhikoo jira.