Psalms 145:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini guyya ch'ufa galata si deebise haga jiru jireenna si faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyya guyya'aan si galatoonfadha; baraa haga bara baraa maqaa kee hin galatoonfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyuma guyya'aan si hin leellisa; bara baraa haga bara baraa maqaa keeti hin saadadha.