Psalms 145:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hojja ch'ufa AABBO Waaqa faarsa; wonti inni uume ch'ufti ha maqa isaa qulqullo haga jiru jireenna faarsitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa maraa Rabbiin galatoonfadha; wonti inni uume maruu baraa haga bara baraa maqaa isaa woyyicha haa galatoonfatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan kiyya leellisa Mootii Waan Maraa hin dubbata; ka foon uffate martille bara baraa haga bara baraa, maqaa isaa woyyicha hin leellisa.