Psalms 145:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gudda, isa guddo faarsuu malani; guddinna isaa dandaani inhubatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi gudda'a; galata gudda'atu isaa ta'a; guddinni isaa waan namni hubatuu oli.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gudda'a; guddoo leellifamuu male; guddinni isaa qorqoramee bira hin geyamu.