Psalms 145:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama ch'ufaa dansa, waan inni uume ch'ufa innaha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra obsaniif arja'a; jaalalli isaa hujima isaa maraa irratti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa nama maraaf dansa'a; inni waan ifii dade mara hin marara.