Psalms 146:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi haga jiru jireenna lafa fida. Ee Sioni Waaqi kanke d'aloota ch'ufaa hayyu taha. AABBO Waaqa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi baraa haga bara baraa hin mooya; yaa Tsiyoon Waandhi kee dhalootaa haga dhalootaa hin mooya; Halee luyaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Xiyoon, Waaqi keeti Mootiin Waan Maraa, dhalootaa haga dhalootaatitti, haga bara baraa hin bulcha. Mootii Waan Maraa leellisa'a.