Psalms 146:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haga jiru ch'ufa isa faarsa! Jireenna kiyya ch'ufa keesa Waaqa kiyyaa sirba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara jiraadhu maraa Rabbiin galatoonfadha; bara jireenna kiyyaa maraa Waaqa kiyya hin faarfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani bara le'ii tiyyaa mara Mootii Waan Maraa leellisa; haga jiru mara Waaqa kiyyaaf faaruu leellisaa hin faarfadha.