Psalms 146:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyoota lafa inabdatini, nami si baasu tokoleeni injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka ilmaan namaa fayyisuu hin dandeennee fi worra bulchan hin hedatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra isin baasuu hin dandeenne, qondaaltota ilmaan namaa itti hin addatina'a!