Psalms 146:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka lafafi gubbafi baariinifi waan keesa jira ch'ufa uume heregatu. Inni hojja ch'ufa kakhu ufi guute;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ardi'ii fi samii, galaanaa fi waan isaan keessa jiran maraa uume; ka dhugaa baraa haga bara baraa eegu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ol-gubba'aa fi lafa, abbaaya'aa fi waan isaan keessa jiru mara dade; inni haga bara baraa addatamummaa ifii hin eegata.