Psalms 146:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama dabsanile dubbate nama beela qabule beela baasa. AABBO Waaqi nama hid'aansa keesa jiru hiikhe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka worra miidhamanii murteessu; ka worra beelayanii nyaata kennu Rabbi worra hidhame hin hiika.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra cunqurfameef haqaan mura; worra beeloteef sagalee kenna. Mootiin Waan Maraa worra hidhame bilisa baasee,