Psalms 146:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ballaale ila bana. Inni nama jige kaase gumi ufi ta d'uga gula yaatu jaalata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra kufan hin kaasa; Rabbi worra ballaa ogeeyyii taasisa; Rabbi worra balchaa hin jaalata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worra ballaa ila bana. Worra gad jedhe ol qaba; worra balchaa jaalata.