Psalms 147:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa faarsa! Aki Waaqa keenna faarsani guddo dansa: faaruni isaa waan dansa ta nami hojja ch'ufa d'aachu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halee luyaa! Waaqa keennaa faaruu dhiyeessuun misha'aa fi bareeda'a. isa galatoonfatuun waan nama gammachiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa leellisa'a; Waaqa keenna fuuru'uun leellisiis attam attam dansa'a! Isa leellisiis nama gammachiisa; dansaalle'e.