Psalms 147:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo nama isa sodaate, jaalala isa ta ind'umanne abdatuti isa gammachiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ammo worra isa sodaatan worra jaalala isaa hedatanitti hin gammada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra isa sodaatu, jaalala isaa ka bara baraatitti addii godhatuun gammada.