Psalms 147:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni seera lafa teeti nagaya tolche, dargaye dansaani si quubsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaa kee nagaya godhe; qamadii misha'aan si quubsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaa keeti nageya hin godha; qamadii dansa'aan si hin quussa.