Psalms 147:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni lafati dubbate, dubbi isaa suni yoosu tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajaja ufii bani'iif dabarsa; dubbiin isaallee dafee raawwatama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ajaja ifii gara lafaa hin erga; jechi isaa ariiti'iin hin muummowa.