Psalms 147:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni qabana aka woya lafati uyise, ebele qabanooftu aka daara lafati firfirsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fuuttaa jirbi'ii akka qorra adi'iititti badhisa; qorrallee akka daara'aatitti bittinneessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dhakaa roobaa akka fuutta'aa diriirsa; qorra akka daadha'aa facaasa.