Psalms 147:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni bokaya d'akhaani roobu aka ch'abbi lafati buusa; nami tokoleeni qabana isaa suni inoobsu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baradaa kukkutee gad harcaasa; kirfaffuu isaa afoo eentu dhaabachuu danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dhakaa roobaa akka katta'aa godhee gad buusa; qorra isaa eentu dura dhaabbatuu dande'a?