Psalms 147:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan kana gosa d'ibii intolchine, wonti akanatiifi isiini seera isaa imbeetu, AABBO Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana maraa banii kaawwanii hin goone; seera ufiillee isaanii hin ibsine. Halee luyaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gosa biyya dhibi'iitiif akkas hin goone; isaan seera isaa hin beekanu. Mootii Waan Maraa leellisa'a.