Psalms 147:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama ufi jibbaate garaa hamaate fayyise, mada worrale hid'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra onneen isaanii madoofte hin fayyisa; dhibee isaanii irraallee isaan fayyisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra gaddaan gadhaan isaanii madaye hin fayyisa; madaa isaaniille hin hidha.