Psalms 147:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni urji ch'ufa hede isi ch'ufa maqa isiitiini yaama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laakkobsa urji'iillee hin beeka; isaan maraa maqaa isaaniitiin waama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni laakkossa urjootaa haga beeka; mara isaaniituu maqaa isaaniitiin waama.