Psalms 147:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBOONI keenna guddinnaafi jabeenna qaba; qalbi isaa dandaani haga imbeekhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan keenna gudda'a; hunni isaa gudda'a; ogummaan isaallee haga hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa keenna gudda'a; akka malee hunna qaba; beekkumsi isaalle hagana hin jedhamu.