Psalms 147:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqaa sirba, galata deebisaafi, kiraari d'aa, Waaqa keenna faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galata Rabbiitiif faarfadhaa'a; Waaqa keenna kiraara guddaa sagalee dhageessisuun faarfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Faaruu galataa Mootii Waan Maraatiif faarsa'a; kiraara guddichaan Waaqaaf faarsa'a.