Psalms 147:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dumansa gubbati guure, bokaya lafati roobe buuyo gaareeni gubbati baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samii duumessaan cufa; lafaallee rooba kenna; gaarran gubba'atti marga margisiisa; waan lalise bu'aa dhala namaatiif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ol-gubbaa duumensaan golla; lafaaf rooba kenna; koobota irratti marri akka latu godha.