Psalms 147:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni sagale horii kenne, ilmaani haranqeesale, hojja isiini isaa kad'atu, nyaachisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmoolee harraageyyi'ii ta isa waamattuu, busaawa'aallee waan nyaatan kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni hori'iif waan nyaatanu hin kenna; ilmooleen harraaqessaa yennaa iyyitu inni isaan hin soora.