Psalms 148:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa faarsa! Isani worri gubbati galu gubba suni, AABBO Waaqa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halee luyaa! samiiwwan gubba'aa Rabbiin galatoonfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa leellisa'a! Ol-gubbaa keessaa Mootii Waan Maraa leellisa'a; gubbaa olii keessatti isa leellisa'a.